Kilabni Ispeen Siiviyaan Atileetota Itoophiyaaf beekamtii kennuufi

You are currently viewing Kilabni Ispeen Siiviyaan Atileetota Itoophiyaaf beekamtii kennuufi

AMN PLUS, Guraandhala 17, 2017

Tapha Laaligaa Ispeen torbee 25ffaa dirree isaa irratti Maayoorkaa kan keessummeessu Siiviyaan taphni jalqabuun dura injifannoo atileetonni Itoophiyaa Maaratoonii Siiviyaa kan bara 2025 irratti galmeessaniif beekamtii kennuufi.

Kaleessa atileet Salamoon Baraggaa fi Atileet Anchiinaaluu Dasee Maaraatoonii Siiviyaa injifachuun isaanii ni yaadatama.

Injifannoo Atileetonni Itoophiyaa galmeessan kana hordofee morkii kilabichi Maayoorkaa waliin qabu irratti beekamtii akka kennuuf beeksise.

Taphni kuni har’a galgala sa’aatii 5:00tti Istaadiyeema Raamoon Saancheez Piizhuuwaanitti eegala.

Misikkir Alamaayyootiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply