Kitaabni seenaa Dr. Mahammad Raashaad Abdullee eebbifame

You are currently viewing Kitaabni seenaa Dr. Mahammad Raashaad Abdullee eebbifame

AMN PLUS, Guraandhala 14, 2017

Sirni eebba kitaaba seenaa Dr. Mahammad Raashad Abdullee iddoo hayyoonni seenaa, jaarsoliifi uummanni Oromoo hedduun argaman Finfinnee Hootela Ililliitti gaggeeffameraa.

Dooktar Muhaammad Rashaad, hayyuu guddaa guddina Afaan, seenaa, fi aadaa uummata Oromoo keessatti shoora olaanaa qaban yoo ta’an, kitaabota qabiyyee garaagaraa qaban 30 ol katabuun nam- jabaa dhaloonni waan hedduu irraa barudha.

Haaluma kanaan, seenaan eenyummaafi hojii isaaniirratti fuulleffachuun isaanumaafi ilma isaanii Khalid Muhammadiin katabame eebbifameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply