Konfiraansiin Uummataa kallattii Paartii Badhaadhinaa irratti fuulleffate Finfinneetti taa’amuu eegale

You are currently viewing Konfiraansiin Uummataa kallattii Paartii Badhaadhinaa irratti fuulleffate Finfinneetti taa’amuu eegale

AMN PLUS, Guraandhala 15, 2017

Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Finfinneeti taa’amaa jira.

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa jiru.

Pireezidaantiin Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indaashaw Xaasaw, Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umoodii fi Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Obbo Mogas Balchaan waltajjicha dursaa jiru jedhame.

Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa kun har’a magaalota 25 keessatti kan taa’amu ta’uu himameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply