Ministeerri Albuudaa galii damee kanarraa argamu guddisuuf hojiiwwan imaammataa fi bu’uura seeraatiif xiyyeeffannoo addaa kennuu jedhame

AMN – Sadaasa 5/2017

Ministeerri Albuudaa galii damee kanarraa argamu guddisuuf hojii imaammataa fi bu’uura seeraatiif xiyyeeffannoo addaa kennu akka qabu Koreen Dhaabbii Bulchiinsaa fi To’annoo Baasii Mootummaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa hubachiise.

Koreen dhaabbii gabaasa odiitii fi tarkaanfiiwwan sirreeffamaa waajjirri Odiitara Muummichaa daballii fi sassaabbii galii albuudaa bara baajataa 2015/16 irratti fudhate ilaalchisee ministeera albuudaa waliin marii gaggeessuu isaa TOItu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply