Pireezidaantiin Angoolaa Zyiwoo Maanu’eel Goonsaalvees Dura Taa’aa Gamtaa Afriikaa 2025 ta’uun filaman

You are currently viewing Pireezidaantiin Angoolaa Zyiwoo Maanu’eel Goonsaalvees Dura Taa’aa Gamtaa Afriikaa 2025 ta’uun filaman

AMN PLUS, Guraandhala 8, 2017

Pireezidaantiin Angoolaa Zyiwoo Maanu’eel Goonsaalvees Looreensi Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa bara 2025 ta’uun filamaniiru.

Yaa’iin 38ffaan Gamtaa Afrikaa har’a gaggeeffamuu eegaleera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply