AMN- Mudde 07/2017
Sirni ajandaa Marii Walitti qabuu Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti eegale.
Sirni baniinsaa sagantichaa Magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknoolojii Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjiirratti, Komishinaroonni Komishinii Marii Biyyaalessaa, Kantiiban Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee, Abbootii Gadaafi abbootiin Amantiifi Bakka bu’oonni kutaalee hawaasaa saganticharratti argamaniiru.
Guddataa Ajjamaatu Gabaase