Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata duree “waadaa haanga Aadaatti” jedhun Sadarkaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti gaggeeffamaa jira

You are currently viewing Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata duree “waadaa haanga Aadaatti” jedhun Sadarkaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti gaggeeffamaa jira

AMN- Amajjii 7/2017

Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata duree “waadaa haanga Aadaatti” jedhun Sadarkaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti bifa ho’a ta’en gaggeeffamaa jira.

Yaa’ii kun yaa’ii waliigalaan dura kan gaggeeffamaa jiruu yoo ta’u, yaa’ichaanis dhimmoota paartii fi dhimmoota garaa garaa irratti xiyyeeffatameera.

Sirna kanarratti hojii raawwachistuu Olaantuun Kutaa Magaalaa Nifaa Silk Laaftoo Aadde Kaabaa Mabraatuu dabalatee hoggantoonni biroo fi keessummoonni kabajaa argamaniiru.

Kaasiyyee Maanguddaatuu Gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply