Ayyaana Hundeeffama Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa Irratti Taateewwan Eegaman

You are currently viewing Ayyaana Hundeeffama Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa Irratti Taateewwan Eegaman

AMN PLUS – Mudde 27/2018

Ayyaanni Hundeeffama Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa Mata Duree “Humni Qilleensaa Itoophiyaa Mallattoo Bilisummaafi Walqixxummaa jedhuun Amajjii 15-19/2018 akka kabajamu

Ayyaanicha irratti taateewwan eegaman

• “Samii Leencota Itoophiyaa” mata duree jedhuun Agarsiisa Qilleensaa “Leenca Gurraacha” 2026

• Ekispoo Aviyeeshinii 2026

• Foramii Humnoota Qilleensaa Afriikaa

Kutaalee Hawaasaa irratti hirmaachuu barbaadaniif banaa ta’uu kan ibse Raayyaan Ittisa Biyyaa, tikeetiin seensaa Finfinnee, Adaamaa, Bishooftuu fi fimaatilee online’n gurguramaa jira.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply