Ramaddii Tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Waan Sodaatame Hin Oolle

You are currently viewing Ramaddii Tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Waan Sodaatame Hin Oolle

AMN PLUS – Guraandhala 20/2018

Ramaddii Tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Amma Ifoomeen Maanchistar Siitiin Riyaal Maadrid Waliin Akka Taphatu Ifoomeera.

Kilabni Mikeehel Arteettaa Arseenaal vs Baayerleveerkuseen, PSG vs Cheelsii, Bodoo Gilmiit vs Ispoortiingi Lizban, Baayermuunik vs Atalaantaa, Liveerpuul vs Galaatasaraay, Atileetikoo Maadrid vs Tootinaam Akkasuma Niwuukaastil Yuunaayitid Ammoo Baarseloonaa Waliin Ramadameera.

Ramaddii Tapha Mo’atan Darbuu Ifoome Kanaan Tilmaamni Duraan Maanchistar Siitiifi Riyaal Maadrid Wal-Keessummeessuu Maluun Xiinxalame Dhugoomeera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply