Magaalichatti leenjiin eeyyama kokolachisummaa Afaan Oromoo dabalatee Afaanota biyyattii sadiin akka kennamu eeyyamame

AMN PLUS- Ebla 13/2017 Gaaffii sabdanneesummaa magaalaa Finfinnee deebisuuf Afaan Amaaraa dabalatee afaanota biyyaatti sadiin leenjiin eeyyama konkolchisummaa akka kennamu eeyyamuusaa Abbaan Taayitaa Eeyyamaa fi To’annoo Konkolaachisaa fi konkolaataa beeksiseera.…

Continue ReadingMagaalichatti leenjiin eeyyama kokolachisummaa Afaan Oromoo dabalatee Afaanota biyyattii sadiin akka kennamu eeyyamame

MM Abiyyi Ahimad, Pop Firaansis boqochuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

AMN PLUS- Ebla 13, 2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad, Phaaphaasiin Amantaa Kaatolikii Roomaa Pop Firaansis boqochuusaaniin gaddi guddaan itti dhagahamuu ibsan. Dr. Abiyyi karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad, Pop Firaansis boqochuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii Naayijeeriyaa Magaalaa Iinuuguutti taasisu yeroof addaan kutuu beeksise

AMN PLUS- Ebla 13/2017 Daandiin Qilleensa Itoophiya balalii Naayijeeriyaa Magaalaa Iinuuguu buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Akaanuu Iibyaamitti taasisu hanga Ebla 28/2017tti addaan kutuusaa beeksiseera. Balaliin kan adda citus hojii suphaa…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii Naayijeeriyaa Magaalaa Iinuuguutti taasisu yeroof addaan kutuu beeksise