Pireezdaant Zelenskii hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan.

‎AMN PLUS- Hagayya 7/2017 ‎Waamicha hooggantoota Awurooppaa hordofuun pireezdaantiin Yuukireen Volodymyr Zelenskii har’a Barliin seenaniiru. ‎Zelenskii walgahii Ameerikaa fi Raashiyaa Jimaata dhufu gaggeeffamuuf beellamame dursaniiti Barlii ‎Muummichi ministeeraa Biriteen Keeyir…

Continue ReadingPireezdaant Zelenskii hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan.

Sa’aatii 24 keessatti roobni jabaan haga miilii meetira 30 roobuu danda’a jedhame

‎AMN PLUS - Hagayya 7/2017 ‎Inistiitiyuutiin Meetiyoorooloojii Biyyaalessa Hagayya 5/2017 irraa eegalee guyyoota 20 dhufan keessatti haalli qilleensaa hojii qonna irraatti dhiibbaa fiduu danda'u ilaalchisee ibsa ergeera. Ibsichaanis ‎Guyyoota 10…

Continue ReadingSa’aatii 24 keessatti roobni jabaan haga miilii meetira 30 roobuu danda’a jedhame

Miidhaa hojjettoota damee ijaarsaa irra gahu xiqqeessuuf hojjetamaa jira

‎AMN PLUS - Hagayya 07/2017 Magaalaa Finfinneetti ‎miidhaa lammiilee damee ijaarsaa irra gahu xiqqeessuuf hojjetamaa jira jedhame. Abbaan Taayitaa Eeyyamaafi To'annoo Ijaarsaa Magaalaa Finfinnee miidhama qaamaafi lubbuun darbuu wayita ijaarsaa…

Continue ReadingMiidhaa hojjettoota damee ijaarsaa irra gahu xiqqeessuuf hojjetamaa jira

Magaalaa halkan waarii kubbaa taphachuu aadaa taasisaa jirtu- Finfinnee‎‎

AMN PLUS - Hagayya 07/2017 ‎Dargaggoo Zalaalam Malaakuu Magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Qiirqoos Aanaa 11 keessa jiraata. Kanaan dura, hojiin boodas tahe guyyaa boqonnaaatti bakka itti bashannanuufi sochii qaamaa itti…

Continue ReadingMagaalaa halkan waarii kubbaa taphachuu aadaa taasisaa jirtu- Finfinnee‎‎

Lammiileen 210 Maalaawwiitti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaatti deebifaman

‎AMN PLUS - Hagayya 07/2017 Lammiileen Itoophiyaa 210 Maalaawwiitti manneen hidhaa gara garaa keessa turan gara biyyaa deebifamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Lammiilee kanneenis Daandii Qilleensaa Itoophiyaa, Dhaabbata Godaantota Addunyaafi…

Continue ReadingLammiileen 210 Maalaawwiitti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaatti deebifaman

Mariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Waltajjii Marii kana irratti bakka bu'oonni biyyoota miseensa Dhaabbata Misooma Biyyoota Afriikaa Bahaa (IGAD) fi bakka bu'oonni dhaabbilee SADC, ECOWAS akkasumas Komishinii Garba Indiyaa dhimma qabeenya…

Continue ReadingMariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

Namoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Miidiyaa hawaasummaa fayyadamuun qaamolee nageenyaa Magaalaa Finfinnee booressuuf yaalaniif obsa akka hin qabne Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee beeksisee jira. ‎Nageenya uummataa kabachiisuuf hojii qindoominaa hojjetameen…

Continue ReadingNamoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

Egereen Afriikaa murtoo gaggeessitootaa irratti bu’uureffama- Obbo Adam Faaraah

‎AMN PLUS-Hagayya 6/2017 ‎Paartilee siyaasaa akka morkattootaatti wal dorgomuurra darbee haala biyyoota hunda hammateen, badhaadhinaa fi nagaa mirkaneessuu qabu jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah. ‎Yaa’iin Paartilee…

Continue ReadingEgereen Afriikaa murtoo gaggeessitootaa irratti bu’uureffama- Obbo Adam Faaraah