AMN waggaa muraasa keessatti jijjiirama ajaa’ibaa galmeessaa jira- Obbo Mogas Baalchaa
AMN PLUS- Qaammee 2/2017 AMN umrii xiqqaan hojii ajaa'ibaa hojjechaa akka jiru Walitti qabaan Boordii AMN fi Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Obbo Mogas Baalchaa dubbatan. AMN Istuudiyoo…