Sirna Rubboo: Gulantaa walbaruu hiriyoota fi shaakala angoo Gadaa Oromoo Karrayyuu

AMN PLUS- Qaammee 5/2017 Karrayyuu gosa Dullachaa fi Baasoo kanneen sadarkaa Rubboo gahan baatii Adoolessaa fi Hagayyaa raamaaf bobba'u. Obbo Jiloo Fantaallee Carcar. Miseensaa fi Shaayii Rubbooti. Adeemsa Sirna Rubboo…

Continue ReadingSirna Rubboo: Gulantaa walbaruu hiriyoota fi shaakala angoo Gadaa Oromoo Karrayyuu

Ayyaanaaf foon qulqullina qabu dhiyeessina- Dhaabbata Qeeraa Magaalaa Finfinnee

‎AMN PLUS- Qaammee 05/2017 ‎Dhaabbanni Qeeraa Magaalaa Finfinnee ayyaana bara haaraaf foon qulqullina qabuufi fayyummaan isaa eegame hawaasa magaalichaaf dhiyeessuuf qophii barbaachisu xumuruu isaa hubachiiseera. ‎Dhaabbatichatti Itti Gaafatamaan Quunnamtii Ummataa…

Continue ReadingAyyaanaaf foon qulqullina qabu dhiyeessina- Dhaabbata Qeeraa Magaalaa Finfinnee

Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM

AMN PLUS - Qaammee 5/ 2017 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe. Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har’arraa hojjechuuf taasistuufi milkaa’inoota galmaa’an beeksisuuf Qaammee 5, Guyyaa Egeree…

Continue ReadingItiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM

Dijitaal Itoophiyaa ni dhugoomsina- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS- Qaammee 5/2017 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa Qaammee 5, Guyyaa Egeree, ilaalchisuun dabarsaniin, Itoophiyaa dijitaalawaa ni dhugoomsina" jedhaniiru. ‎"Kaleessatti fayyadamuufi sirreessuudhaan, har'a jabaannee hojjechuudhaan, isa borii kan…

Continue ReadingDijitaal Itoophiyaa ni dhugoomsina- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)