Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa

AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan. Obbo Araggaa Kabbadaan hiriira deeggarsaa eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun magaalaa Bahir Daaritti gaggeeffame…

Continue ReadingShira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa

‎Sirna dimokiraasii biyyoota Afrikaa cimsuuf caalmaatti hojjatama-Gamtaa Afrikaa

‎AMN PLUS - Fulbaana 6/2018 ‎Ijaarsa sirna dimokiraasii biyyoota Afrikaa cimsuuf caalmaatti akka hojjetan Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Alii Mahaammad Yuusuf ibsan. ‎Guyyaan dimokiraasii Idil addunyaa ''Bulchiinsa milkaa'aa artifishaal intelijensii…

Continue Reading‎Sirna dimokiraasii biyyoota Afrikaa cimsuuf caalmaatti hojjatama-Gamtaa Afrikaa

Haleellaan Israa’el Kaataar irratti raawwatte Ameerikaa mufachiiseera- Maarkoo Ruubiyoo

AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 Haleellaan Israa’el Kaataar irratti torban darbe keessa raawwatte Ameerikaa mufachiisuu isaa Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa, Maarkoo Ruubiyoo, Ministira Muummee Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuutti himanii jiru. Maarkoo Ruubiyoon…

Continue ReadingHaleellaan Israa’el Kaataar irratti raawwatte Ameerikaa mufachiiseera- Maarkoo Ruubiyoo

Dhaloota saayinsiifi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumuuf bu’uurri cimaan kaa’amaa jira – Pirezidaanti Shimallis

AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Dhaloota saayinsiifi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumuuf bu’uurri cimaan kaa’amaa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gurguddoo qabatee milkeessuuf hojjachaa…

Continue ReadingDhaloota saayinsiifi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumuuf bu’uurri cimaan kaa’amaa jira – Pirezidaanti Shimallis