Namni Adamsamaa turan pirezidaantii ta’uun Waayit Haawusiin daawwachuuf

AMN PLUS- Onkoloolessa 24/2018 Pirezidaantiin Sooriyaa seenaa keessatti yeroo jalqabaaf Waayit Haawusitti daawwanaa taasisuun Pirezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp wajjin mari’achuufi jedhame. Associated Press Bulchiinsa Tiraamp irraan odeeffannoo argadhe jechuun tamsaaseen…

Continue ReadingNamni Adamsamaa turan pirezidaantii ta’uun Waayit Haawusiin daawwachuuf

‎Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa daran wal tumsuuf kutannoo qabaachuu ibsameera

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 24/2018 ‎Fooramiin Invastimantii Itoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa Faransaay Paarisitti adeemisifamuu eegaleera. ‎Fooramichi tumsa diinagdee Itoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa giddu jiru cimsuu fi carraawwan invastimantii haaraatti fayyadamuun akkaataa…

Continue Reading‎Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa daran wal tumsuuf kutannoo qabaachuu ibsameera

Haala mijataa Tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jira

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 24/ 2018 ‎Sirnakkoo mijataa tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jiraachuu Deetaan Ministira Tuurizimii Obbo Silashii Girmaa ibsaniiru. ‎Itoophiyaan bakka argama sanyii namaa fi bunaa akkasumas…

Continue ReadingHaala mijataa Tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jira

Balaa Kirkira lafaa Afgaanistaanitti mudateen lubbuun namoota 20 ol darbe

AMN Plus- Onkoloolessa 24/2018 Balaa Kirkira lafaa Afgaanistaanitti mudateen lubbuun namoota 20 ol yoo darbu, kanneen dhibbaan lakkaa’aman madaa’aniiru. Balaan Kirkira lafaa Reektar Iskeelii 6.3 ta’ee galmaa’e kun Afgaanistaan gama…

Continue ReadingBalaa Kirkira lafaa Afgaanistaanitti mudateen lubbuun namoota 20 ol darbe