Miseensonni Raayyaa Kooriiwwan Ajaja Bahaarraa leenji’an eebbifaman
AMN Plus – Onkoloolessa 29/2018 Miseensonni Raayyaa Kooriiwwan Ajaja Bahaarraa filamuun baatiiwwan lamaaf leenji’aa turan eebbifaman. Ajajaa Itti Aanaan Ajaja Bahaa M/Jeneraal Fiqaaduu Tsaggaayee, Ajajni Bahaa, naannoo Amaaraafi Baha biyyattiitti…