Koyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee eegalchiise raawwii gaariirratti akka argaman himame

AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii tumsa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneen ijaaramaa jiran raawwii gaariirra jiraachuu Waajjirri Daandiiwwaanii fi Loojistiksii Kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee hime.…

Continue ReadingKoyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee eegalchiise raawwii gaariirratti akka argaman himame

Dhibee ‘Hemorrhagic Fever’ jedhamu akkamiin ifirraa ittisna?

AMN PLUS - Sadaasa 4/2018 Ministeerri Fayyaa, Naannoo Kibba Ityoophiyaa keessatti dhibeen 'Hemorrhagic Fever' jedhamu mudachuu isaa beeksise. Ministeerrii Fayyaa Ibsa gaazexeessummaa Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa fi Biiroolee Fayyaa Hawaasaa…

Continue ReadingDhibee ‘Hemorrhagic Fever’ jedhamu akkamiin ifirraa ittisna?

‎Yaadaan qabsoofna malee misooma biyyaa hin morminu- Paartilee Morkattootaa

AMN PLUS- Sadaasa 4/2018 ‎Hojmaata siyaasa badaa mormuu malee faayidaa biyyaalessaafi jijjiirama misooma biyyattii mormuun sirrii akka hin taane paartileen morkattootaa ibsan. ‎Turtii anga'ootni paartiilee morkattoota istuudiyoo AMN PLUStti taasisaniin…

Continue Reading‎Yaadaan qabsoofna malee misooma biyyaa hin morminu- Paartilee Morkattootaa