AMN PLUS Guraandhala 9, 2017
Waliigalteen nagaa Onkololeessa 23/2015 mootummaa Federaalaafi TPLF gidduutti Piritooriyaatti mallattaa’e furmaata Afrikaafi barnoonni kan irraa horatamu ta’uun himameera.
Adeemsa walii galtichaafi muuxannoo irraa qooddatamuu qabu ilaalchisuun Yaa’ii Gamtaa Afriikaarratti gabaasni dhihaateera.