Roobiin Vaan Persiin leenjisaa Feyinoord ta’uuf waliigalteerra ga’e

You are currently viewing Roobiin Vaan Persiin leenjisaa Feyinoord ta’uuf waliigalteerra ga’e

AMN PLUS, Guraandhala 14, 2017

Taphataan Arsenaal duranii Roobiin Vaan Persiin leenjisaa Feyinoord ta’uuf walii galteerra ga’eera.

Vaan Persiin ijoollummaasaatti kilaba Feeyinoorditti yeroo gaarii dabarse.

Maanchester Yuunaayitid waliin Waancaa Pirimiyeliigii kaasuun, akkasumas Arsenaal keessattii seenaawwan hedduu katabeera.

Arsenal osoo hin seenin duraa taphotaa 122 kilabaa Feyinoord kan taphate Vaan Persiin gooliwwan 46 lakkofsisuu danda’era

Garee Biyyalessaa Nezerlandis waliin seenawwan hedduu kan dabarse leenjisaan kun kilaboota kannen akka Rooma fi AZ Alkamar birattii barbaadamus Feyinoord hanga bara 2027tti leenjisuuf walii galteerra ga’eera.

Rabbirraa Hirphaan

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply