Dhalattoonni Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatan haala yeroo naannichaarratti mari’ataa jiru

You are currently viewing Dhalattoonni Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatan haala yeroo naannichaarratti mari’ataa jiru

AMN – Bitootessa 28/2017

Dhalattoonni Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatan haala yeroo naannichaarratti mari’ataa jiru.

Waltajjicharratti dhalattoonni Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatan argamaniiru.

Walii galteen Piriitoriyaa naannichatti nagaa buusuu keessatti shoora olaanaa akka qabu himameera.

Dhalattoonni Tigraay iddoowwan garagaraa jiraatanis rakkoowwan naannichatti mul’atan tokko tokkof qaama furmaataa ta’uun irraa eegama.

Iyyoob Risteen

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply