Manni Maree Federeeshinii hordoftoota Amantii kiristaanaaf ergaa baga geessanii dabarse
Manni marichaa ergaa fuula marsariitii isaarratti dabarseen hordoftoonni amantaa kiristaanaa ayyaana du’aa ka’uu wayita kabajan aadaa walgargaarsaa cimsuun lammiilee harka qalleeyyii gargaaruun akka irraa eegamu dhaameera.