Israa’eel Iraan irratti haleellaa raawwachuun ishee himame

You are currently viewing Israa’eel Iraan irratti haleellaa raawwachuun ishee himame

AMN PLUS Waxabajjii 06/2017

Israa’eel Iraan irratti haleellaa qilleensaa raawwachuun ishee himameera.

Israa’eel buufataalee sagantaa Niwukilara Iraaniifi naannoowwaa biroorratti haleellaa raawwachuushee BBC’n gabaasera.

Iraan haleellaa irratti raawwatame irratti hanga ammaatti ibsa hin kennine.

Qondaaltonni waraanaa Israa’eel garuu buufataalee sagantaa Niwukilara Iraaniifi naannoowwaa biroorratti tarkaanfiin fudhatamuu himaniiru.

Wandimmaagany Asaffaan

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply