Meetira Kuma 5 dubartootaan Keeniyaan Warqiifi Meetii injifatte

You are currently viewing Meetira Kuma 5 dubartootaan Keeniyaan Warqiifi Meetii injifatte

AMN PLUS – Fulbaana 10/2018

Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa jiruun dorgommii fiigicha meetira kuma 5 dubartootaan atileetonni Keeniyaa meedaaliyaa warqee fi meetii injifataniiru.

Itoophiyaa bakka bu’uun dorgommicharratti kan hirmaatan Atileet Gudaaf Tsaggaayee, Atileet Madiinaa Iisaa fi Atileet Faantaayee Balaayinee hin milkaa’iin hafaniiru.

Atileet Gudaaf Tsaggaayee dorgommicha sadarkaa 5ffaa bahuun xumurte.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply