Dameen dhuunfaa bu’uura misoomaa akka ta’e mootummaan amantaa qabuun imammata deeggaru baasuun hojjechaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan.
Kantiibaa Adaanech Pirezidaantii Naannoo Sidaamaa Dastaa Leedaamoo waliin ta’uun Warshaa Qindeessa Bunaa Bansaa eebbisuun hojii eegalchiisaniiru.