Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa- Arsii Lixaafi Shaashamanneerraa

You are currently viewing Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa- Arsii Lixaafi Shaashamanneerraa

AMN PLUS- Fulbaana 23/2018

‎Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee Irraa Irreecha Hora Finfinneetti Guyyaa boruu Irreeffachuuf Dhufanif Hawaasni Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa simannaa taasisaniif.

‎Haadhiliin Siinqeefi Abbootii Gadaa kunneenis simannaa taasifameefitti gammaduun, irreechi gaaddisa saboota sablammootaafi uummattootaa, kan araaraafi tokkummaati jedhan.

‎Sisaay Dirribaatu Gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply