Qabeenyis beekumsis numa bira ture, amma hojjechuu eegalleerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

You are currently viewing Qabeenyis beekumsis numa bira ture, amma hojjechuu eegalleerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 02/2018

‎Jireenya qonnaan bulaa jijjiiruuf misoomni koriidarii baadiyyaa murteessaa ta’uu Ministirri Muummee Abiy Ahimad (Dr) dubbatan.

‎Daawwannaa hojii naannoo Giddugaleessa Itoophiyaatti kan taasisan Ministirri Muummee, jijjiirami magaalaa gara baadiyyaatti ce’uu eegaluu kaasaniiru.

‎Jijjiiramaaf hojjennaan haala jireenya lammiilee jijjiiruun akka danda’amu ibsan.

Qabeenyis beekumsis numa bira ture, amma hojjechuu eegalleerra jedhan.

‎Hojichi misooma fiduu caalaa walitti hidhamiinsa diinagdee fi hawaasa waan caalmaan ceesisuuf badhaadhinni mana nama hundaa seenee ywroo itti aanu arguu qabna jedhaniiru.

‎Naannoleen hojii kana babal’isuufi itti fufsiisuuf hundumti qooda irraa eegamu bahuu akka qabu dubbataniiru.

Daraartuu Tarreessaatiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply