MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Onkoloolessa 02/2018

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmud waliin mari’atan.

Dr. Abiyyi dhimmoota waloofi dhimmoota naannawaa irratti xiyyeeffachuun mari’achuu ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin beeksisaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply