Raayilaa Odiingaa lubbun boqochuu hordofee Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa gaddaa dabarsan

You are currently viewing Raayilaa Odiingaa lubbun boqochuu hordofee Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa gaddaa dabarsan

AMN Plus- Onkoloolessa 05/ 2018

Ministiri Muummee Keeniyaa duraanii Raayilaa Odiingaan boqochuu hordofee Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ergaa gaddaa dabarsaniiru.

Ummataa fi Mootummaa Itoophiyaa bakka bu’uun gaddi guddaan natti dhaga’amuun ibsa jedhan Dooktar Abiyyi fuula miidiyaa hawaasummaa X isaaniin.

Raayilaa Odiingaan dhibee onnee isaan muudateen Hinditti yaalamaa turuun umrii waggaa 80ffaa isaaniitti har’a ganama addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply