Beekumsa leenjicha irraa gonfattaniin hawaasa qajeelummaan tajaajilaa- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN Onkoloolessa 9/2017 Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa mata duree "Humna Abjuu Guddina Caalmaaf" jedhuun magaalaa Finfinneetti kennamaa ture xumuramuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan.