Naannoo Tigraayitti midhaan barana oomishame keessaa walakkaan isaa sassaabbame
AMN Sadaasa 5/2017 Tigraayitti oomisha midhaan bara 2016/2017tti lafa qonnaaf misoome hektaara kuma 727 keessaa walakkaan isaa sassaabbamuu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Bulchiinsa Naannichaa beeksise. Dabalataanis Naannichatti midhaan sassaabbame…