Carraa Gabaa hojii idil-addunyaa jirutti fayyadamuuf ciminnaan ni hojjetama – Ministeerri Hojii fi Ogummaa

AMN – Sadaasa 3/2017 Carraa hojii biyya keessaa babal’isuu fi ammayyeessuu dabalataan carraa gabaa hojii idil-addunyaa keessatti argamu guutummaatti fayyadamuu irratti xiyyeeffannaan akka hojjetu Ministeerri Hojii fi Ogummaa ibseera. Kun…

Continue ReadingCarraa Gabaa hojii idil-addunyaa jirutti fayyadamuuf ciminnaan ni hojjetama – Ministeerri Hojii fi Ogummaa

Miidhaa koorniyaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiru too’achuuf namni kamuu gahee isaa bahuu qaba jedhame

AMN - Sadaasa 03/2017 Biiroon dhimma dubartoota, daa'immanii Fi hawaasummaa Magaalaa Finfinnee akkaataa miidhaa koorniyaa hambisuun danda'amu irratti qooda fudhattoota waliin mari'ateera. Hoggantuun itti aantuu Biirichaa Aadde Zinnaash Katamaa, maal…

Continue ReadingMiidhaa koorniyaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiru too’achuuf namni kamuu gahee isaa bahuu qaba jedhame

Gandi Benunaa turizimii fi misooma qonnaa walitti kan qabate fi turistootaaf bakka hawwataadha – Ambaasaaddar Soofi Froomi Emesbarg

AMN – Sadaasa 2/2017 Gandi Benunaa turizimii fi misooma qonnaa walitti kan qabate fi turistootaaf bakka hawwataadha akka ta’e Gamtaa Awurooppatti Ambaasaaddar Soofi Froomi Emesbarg himan. Gandi Benuna qarqara Haroo…

Continue ReadingGandi Benunaa turizimii fi misooma qonnaa walitti kan qabate fi turistootaaf bakka hawwataadha – Ambaasaaddar Soofi Froomi Emesbarg

Konfiraansiin jijjiirama qilleensaa idil-addunyaa kan Itoophiyaan irratti hirmaattu Azarbaajaan keessatti gaggeeffamuu eegale

AMN – Sadaasa 2/2017 Konfiraansiin Jijjiirama Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (COP 29) kan Itoophiyaan irratti hirmaattu magaalaa guddoo Azarbaajaan Baakuutti gaggeeffamuu eegaleera. Konfiraansiin kun gaasiiwwan faalamanii gadi lakkifaman hir’isuu, jijjiirama…

Continue ReadingKonfiraansiin jijjiirama qilleensaa idil-addunyaa kan Itoophiyaan irratti hirmaattu Azarbaajaan keessatti gaggeeffamuu eegale

Pireezidaanti Taayyeen Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa irratti hirmaachuuf Azaarbaajaan galan

AMN- Sadaasa 02/ 2017 Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa COP 29ffarratti hirmaachuuf Azaarbaajaan galaniiru. Pireezidaanti Taayyeen wayita Buufata Xiyyaara Idil Addunyaa Haydar Aliyeev gahan Qondaaltoota Olaanoo biyyaattiin…

Continue ReadingPireezidaanti Taayyeen Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa irratti hirmaachuuf Azaarbaajaan galan

Miseensonni ABO Shanee daandii Nagaa filatan karaa nagaan harka kennachaa jiru

AMN – Sadaasa 2/2017 Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsotti miseensonni ABO Shanee gochaa badii hawaasa irratti raawwachaa turanitti gaabbun meeshaa waraanaa guutuu waliin harka kennataa jiraachuun ibsame. Miseensonni garichaa…

Continue ReadingMiseensonni ABO Shanee daandii Nagaa filatan karaa nagaan harka kennachaa jiru

Seenaa Itoophiyaa keessatti yeroo jalqabaaf oomishni kuduraa Dooniin gabaa Awurooppaaf dhiyaatan

AMN- Sadaasa 2/2017 Itoophiyaan yeroo jalqabaaf oomishalee kuduraa Dooniidhaan fe’uun gabaa Awurooppaaf dhiyeessuu eegalamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Dhaabbanni Itiyoo Veej Firuu oomishaalee “Sugar Snap” fi “Mangetout” jedhamaan Dooniin geejjibsiisuun Gara…

Continue ReadingSeenaa Itoophiyaa keessatti yeroo jalqabaaf oomishni kuduraa Dooniin gabaa Awurooppaaf dhiyaatan

Kaabineen Magaalaa Finfinnee sadarkaa hojii Misooma Kooridarii qorate

AMN- Sadaasa 2/ 2017 Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee sadarkaa hojiin Misooma Kooridarii marsaa 2ffaan irratti argamu qorateera. Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 3ffaa waggaa 4ffaa gaggeesseera. Waltajjichaan haala kaafamtoonni…

Continue ReadingKaabineen Magaalaa Finfinnee sadarkaa hojii Misooma Kooridarii qorate

Deeviid Kooteen jecha saalfiin Liivarpuul arrabsuu hordofee qorannoon baname

AMN- Sadaasa 02/2017 Abbaan murtii Ingilaand Deeviid Kooteen jechoota saalfiin Liivarpuuliifi Yargan Klooppiin yeroo arrabsuu viidiyoon agarsiisu miidiyaalee garagaraarra naanna'aa jira. Boordiin Murteessitoota Kubbaa Miillaa Ingilaand PGMOL viidiyoon kun akkuma…

Continue ReadingDeeviid Kooteen jecha saalfiin Liivarpuul arrabsuu hordofee qorannoon baname

Finfinneetti guyyaatti namoota miiliyoona 3fi kuma 400 oliif keenninsi taajajila geejjiba Awuutoobisii kennamaa jira

AMN- Sadaasa 02/2017 Magaalaa Finfinneetti guyyaatti namoota miiliyoona 3fi kuma 400 oliif keenninsi taajajila geejjiba Awuutoobisii magaalaa kennama jiraachuun himame. Koreen Dhaabbii Bu'uuraalee Misoomaafi Geejjibaa Mana Maree Magaalaa Finfinnee Rawwii…

Continue ReadingFinfinneetti guyyaatti namoota miiliyoona 3fi kuma 400 oliif keenninsi taajajila geejjiba Awuutoobisii kennamaa jira