Itiyoophiyaa fi Emereetoonni Arabaa Gamtoomaanii tumsa isaanii cimsuuf waliigalan
Ittaanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Ministira Dhimma Alaa Emereetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Abdullaahii Biin Zaayid Al Naahiyaan waliin mari’ataniiru. Yaa’ii Waliigala 78ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanii…