Rakkoo kirkira lafaa naannoo Affaaritti mudate qorachuun deebii ariifataa kennuuf gareen ogeeyyii gara naannichaatti ergame- Ministeera Fayyaa

AMN - Muddee 28/2017 Rakkoo kirkira lafaa naannoo Affaaritti mudate qorachuun deebii ariifataa kennuuf garee ogeeyyii gara naannichaatti erguu isaa Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Minsteerri Fayyaa Institiyuutii Fayyaa Hawaasaa waliin ta’uun…

Continue ReadingRakkoo kirkira lafaa naannoo Affaaritti mudate qorachuun deebii ariifataa kennuuf gareen ogeeyyii gara naannichaatti ergame- Ministeera Fayyaa

Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru

AMN- Muddee 28/2017 Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu hojiraawwachiistuu olaantuun kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aadde Ayidaa Awwal himaniru Kutaa Magaalichaatti ayyaana…

Continue ReadingMootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru

Kantiibaa Adaanech Abeebee hoollannaa fi kirkira lafaa tibbana mudachaa jiru ilaalchisee of eeggannoo taasifamuu qabu irratti hayyoota waliin mari’atan

AMN - Muddee 27/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee hoollannaa fi kirkira lafaa tibbana mudachaa jiru ilaalchisee Univesiitii Finfinneetti hayyoota Ji'oo Fiziksii, Saayinsii Hawaa, Astroonomootaa fi Qorattoota Ji'oo-Fizikaalaa waliin of eeggannoo taasifamuu…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee hoollannaa fi kirkira lafaa tibbana mudachaa jiru ilaalchisee of eeggannoo taasifamuu qabu irratti hayyoota waliin mari’atan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen saaxilamummaa kirkira lafaan walqabatee koree ogeeyyii hundeessan

AMN PLUS- Mudde 27/2017 Magaalaa Finfinneetti saaxilamummaa kirkira lafaa gara fulduraa jiraachuu malu hubannoo keessa galchuun qorannoo of eeggannoo duraa gaggeessuuf koreen ogeeyyii hundaa'eera. Kaantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen saaxilamummaa kirkira lafaan walqabatee koree ogeeyyii hundeessan

Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Obbo Masfin Xaasew Tarminaala Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisan

AMN PLUS- Mudde 27, 2017 Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensa Itoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw Tarminaal Keessummeessa Maamiltootaa Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo Guutuu…

Continue ReadingPireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Obbo Masfin Xaasew Tarminaala Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisan

Mootummaan lammiilee naannawa kirkira lafaa itti mudatu jiraatan kuma 80 kaasee yeroof qubsoisuuf sochii taasisaa jira- TKM

AMN PLUS- Mudde 26/ 2017 Mootummaan naannawaalee kirkirri lafaa mudateetti miidhaa qaqqabe hojjettoota yeroo balaa ogummaa garaagaraarra walitti babba'an bakkichatti bobbaasuun qorannoo taasisaa jiraachuu ibse. Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa dhimmicha ilaalchisee…

Continue ReadingMootummaan lammiilee naannawa kirkira lafaa itti mudatu jiraatan kuma 80 kaasee yeroof qubsoisuuf sochii taasisaa jira- TKM

Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa dhimmoota fayyaa naannichaa irratti mari’atan

AMN PLUS - Muddee 26/2017 Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa dhimmoota fayyaa naannichaa haala daran itti cimsan irratti mari'ataniiru. Marii isaanii keessatti tajaajila…

Continue ReadingPireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa dhimmoota fayyaa naannichaa irratti mari’atan

MM Abiyyi Ahimad Pirojektii Sagantaa Maaddii Biyyaafiitiin ijaaramaa jiru Pirojektii Shabalee daawwatan

AMN PLUS- Mudde 26/ 2017 Itoophiyaan qormaatilee keessatti dameewwan garaagaraatiin guddina ajaa’ibaan olka’aa jirti jedhan Ministirri Mummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr). Pirojektii qaama sagantaa Maaddii Biyyaafiitiin Naannoo Soomaaleetti ijaaramaa kan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pirojektii Sagantaa Maaddii Biyyaafiitiin ijaaramaa jiru Pirojektii Shabalee daawwatan

Kantiibaa Adaanech Abeebee Barreessaa (CPC) Magaalaa Jiyaangsuu Waliin Mari’atan

AMN - Mudde 25/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee daawwannaa guyyaa lamaa biyya Chaayinaa Magaalaa Jiyaangsuutti taasisaniin Barreessaa (CPC) Magaalaa Jiyaangsuu kan ta'an Waang Jiinjiyaan Waliin wal arguun dhimmoota gam-lamee irratti waliin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee Barreessaa (CPC) Magaalaa Jiyaangsuu Waliin Mari’atan