Waggoota sadan darban lammiilee miiliyoona 9.8’f carraan Hojii Dhaabbii uumameera- Aadde Mufaariyaat

AMN- Mudde 16/2017 Waggoottan sadan darban lammiilee miiliyoona 9 fi kuma 800’f carraan hojii dhaabbiin uumamuu Miseensi Koree Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa fi Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat…

Continue ReadingWaggoota sadan darban lammiilee miiliyoona 9.8’f carraan Hojii Dhaabbii uumameera- Aadde Mufaariyaat

“Gareewwan Kubbaa Miilaa ciccimoo Oromiyaa bakka bu’an horachuuf hojjechaa jirra” Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa

AMN- Muddee 16/2017 Dorgommiin Piriimer Liigii Oromiyaa bara 2017 yeroo jalqabaaf gaggeffamuu eegaleera. Liigii Olaanoo Oromiyaa jedhamuun kan beekamu dorgommichi maggaasaa maqaa haaraa Piriimer Liigii Oromiyaa jedhu argachuun Istaadiyeemii Wallaggaa…

Continue Reading“Gareewwan Kubbaa Miilaa ciccimoo Oromiyaa bakka bu’an horachuuf hojjechaa jirra” Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa

Baajatni yunivarsitiiwwanii akkaataa bu’aa isaan galmeessaniin kan ramadamu ta’a – Biraanuu Naggaa (Prof.)

AMN - Muddee 16/2017 Yunivarsitiiwwaniif baajatni ramadamu bu’aa isaan galmeessan irratti hundaa’uun akka ta’u Ministirri Barnootaa Biraanuu Naggaa (Prof.) ibsaniiru. Rakkoolee damee barnootaa mudataa jiran haala qindoomina qabuun fooyyessuuf waliigalteen…

Continue ReadingBaajatni yunivarsitiiwwanii akkaataa bu’aa isaan galmeessaniin kan ramadamu ta’a – Biraanuu Naggaa (Prof.)

Ministeerri Nageenyaa Walta’iinsa Mana marichaa waliin qabu cimsuuf kan hojjetu ta’uu beeksise

AMN- Mudde 16/2017 Ministeerri Nageenyaa walta’iinsa Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa waliin qabu cimsuuf kan hojjetu ta’uu beeksiseera. Ministirri Ministeerichaa Mahaammad Idiriis Hoggantootaa fi Koree Hoji Raawwachiistuu Mana Marichaa…

Continue ReadingMinisteerri Nageenyaa Walta’iinsa Mana marichaa waliin qabu cimsuuf kan hojjetu ta’uu beeksise

Duulli Talaallii Dhibee Kaansarii Fiixee Gadaammessaa Muddee 21-25tti turu ni eegalama – Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee

AMN - Muddee 16/2017 Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee duula talaallii ittisa dhibee kaansarii fiixee gadaamessaa shamarran umriin isaanii waggaa 9 hanga 14tti jiraaniif Muddee 21 - 25tti kennuu eegaluuf ta'uu…

Continue ReadingDuulli Talaallii Dhibee Kaansarii Fiixee Gadaammessaa Muddee 21-25tti turu ni eegalama – Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee

Hooggansi Caasaa barnootaa dhaabbilee barnootaafi barattoota isaanii irratti jijjiirama fiduuf ciminaan carraaquu qabu- Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee

AMN - Muddee 15/2017 Hooggansi Caasaa barnootaa dhaabbilee barnootaafi barattoota isaanii irratti jijjiirama fiduuf ciminaan carraaquu akka qaban Hoogganaan Biiroo Barnootaa Bbulchiinsa Magaalaa Finfinnee Zalaalam Mulaatuu (Dr.) ibsan. Biiroon Barnootaa…

Continue ReadingHooggansi Caasaa barnootaa dhaabbilee barnootaafi barattoota isaanii irratti jijjiirama fiduuf ciminaan carraaquu qabu- Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee

Ambaasaaddar Reedwaan Daayrektera Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika Somaaliyaa waliin mari’atan

AMN- Mudde 15/2017 Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayrektara Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika Somaaliyaa Abdullaahii Mohaammad waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru. Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii,…

Continue ReadingAmbaasaaddar Reedwaan Daayrektera Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika Somaaliyaa waliin mari’atan

Obbo Adam Faaraah Itoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atn

AMN- Mudde 14/2017 Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah Itoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Chaan Haayin waliin…

Continue ReadingObbo Adam Faaraah Itoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atn