Komiiwwan gibiraa bulchiinsa gaariif gufuu ta’an furamaa jiru- Biiroo Galiiwwan Finfinnee
AMN PLUS- Amajji 4/2018 Biiroon Galiiwwan Magaalaa Finfinnee komiiwwan gibiraa bulchiinsa gaariif gufuu ta'an furaa jiraachuu beeksise. Biirichi komiiwwan gibiraa ji'oota ja'a keessatti ka'aa turan kuma 13 fi 643 keessaa…