Warshaan Dhugaatiiwwanii Keenyaa Eebbifame
AMN PLUS- Waxabajjii 7/2017 Eebbaa warshichaarratti Pirezidaantin Itoophiyaa Taayyee Asqasillaasee, Pirezidaantin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, angaa'ota Mootummaa Federaalaafi Naannoolee dabalatee hawaasni Godina Shawaa Lixaa argamaniiru. Warshaan Dhugaatiiwwanii Keenyaa…