Bajanni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kan bara bajataa 2018 Birrii Biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 ta’uun raga’e

AMN PLUS- Adoolessa 5/2017 Bajanni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kan bara bajataa 2018 Birrii Biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 ta’uun raga’eera. Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 4ffaa guyyoota lamaaf…

Continue ReadingBajanni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kan bara bajataa 2018 Birrii Biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 ta’uun raga’e

Magaalichatti bara kana galiin birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 33 ol walitti qabamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan

AMN PLUS Adoolessa 02/2017 Magaalaa Finfinneetti bara bajataa 2017’tti galiin birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 33 ol walitti qabamuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru. Bara bajataa kanatti…

Continue ReadingMagaalichatti bara kana galiin birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 33 ol walitti qabamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan

Itoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaara biiliyoona 1 mallatteessan

AMN PLUS- Waxabajjii 27/2017 Itoophiyaa fi Baankiin Addunyaa fooyyessa diinagdee tumsuuf kan oolu waliigaltee deeggarsa Doolaara biiliyoona 1 mallatteessaniiru. Waliigalticha Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Baankii Addunyaatti Daayrekterri…

Continue ReadingItoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaara biiliyoona 1 mallatteessan

Lafti heektaarri miiliyoona 31.8 qotamee, callaan kuntaalli biiliyoonni 1.5 sassaabamuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

AMN PLUS- Waxabajjii 26/2017 Bara baajataa 2017 keessa lafti heektaarri miiliyoonni 31.8 qotamuun callaan oomisha garaagaraa kuntaalli biiliyoonni 1.5 sassaabameera jedhan Ministirri Muummee Abiy Ahmad (Dr.) Minisitirri Muummee Abiy (Dr.)…

Continue ReadingLafti heektaarri miiliyoona 31.8 qotamee, callaan kuntaalli biiliyoonni 1.5 sassaabamuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

arana Itoophiyaan Konfiraansii idil addunyaa 150 ol keessumeessuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

AMN PLUS- Waxabajjii 26/2017 Barana Itoophiyaan Konfiraansii 150 ol keessumeessuuf carraa argachuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himaniiru. Ministirri Muummee Abiyyi (Dr.) Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti argamuun Gaaffilee Miseensota…

Continue Readingarana Itoophiyaan Konfiraansii idil addunyaa 150 ol keessumeessuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

Riifoormiin Dinagdee Gooroo sharafni biyyaa alaa beelladarraa argamu akka dabalu taasisu inistiitiyuutichi ibse

AMN PLUS-Waxabajjii 05/2017 Riifoormiin dinagdee gooroo sharafni biyyaa alaa beelladarraa argamu akka dabalu taasisuusaa inistiitiyuutiin misooma beellada Itoophiya ibse. Bara Bajataa 2017 ji'oota 10 darbe keessatti galiin doolaara miiliyoona 100…

Continue ReadingRiifoormiin Dinagdee Gooroo sharafni biyyaa alaa beelladarraa argamu akka dabalu taasisu inistiitiyuutichi ibse

Guddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa ta’uu Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasahun Goofee (Dr.) himan

AMN PLUS- Caamsaa 27/2017 Guddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa akka ta’e Ministirrii Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naanaawaa Kaasahun Goofee (Dr.) ibsan. Ministirrii Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naanaawaa…

Continue ReadingGuddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa ta’uu Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasahun Goofee (Dr.) himan

Hojiin gabaa fi oomishtummaa Bunaarratti hojjetame galii damichaa guddiseera – Abbaa taayitaa Bunaa fi Shayii

AMN PLUS - Caamsaa 08/2017 Hojiin gabaa fi oomishtummaa Bunaarratti hojjetame galii damichaa guddisuusaa Daarektarri olaanaan Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shayii Itiyoophiyaa Addunyaa Dabalaa (Dr.) Ibsan. Bara baajatichaa baatii 10…

Continue ReadingHojiin gabaa fi oomishtummaa Bunaarratti hojjetame galii damichaa guddiseera – Abbaa taayitaa Bunaa fi Shayii

Riifoormiin dinagdee gooroo milkaa’ina guddaa agarsiiseera-Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee

AMN PLUS Caamsaa 07/2017 Riifoormiin dinagdee gooroo Itiyoophiyaa milkaa’ina guddaa agarsiisuu isaa Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee ibsan. Formaiin Faayinaansii Itiyoophiyaa guyyoota lamaaf turu Finfinnee Godambaa Saayinsii Finfinneetti eegalameera. Hooggantoonni mootummaa olaanoon,…

Continue ReadingRiifoormiin dinagdee gooroo milkaa’ina guddaa agarsiiseera-Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee