Pirezidaantii I/Aanaan Bootsiwaanaa Finfinnee dhufan
AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Pirezidaantiin Itti aanaa Bootsiwaanaa Nidaabaa Nikozinaatii har'a Finfinnee dhufaniiru. Mr. Nikozinaatiin Yaa'ii Tumsa Ministirootaa Biyyoota Bahaafi Kibba Afriikaa irratti hirmaatu. Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…