Kantiibaa Adaanech Hoji Raawwachiisaa Dhaabbata Keerfoorii fi Itoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaayi waliin mari’atan
AMN PLUS – Amajjii 6/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hoji Raawwachiisaa Dhaabbata beekamaa addunyaa Keerfoor (Carrefour), Laas Faargasiifi Itoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaayi Aleeksiis Laameek waliin mari’atan. Kantiibaa Adaanech miidiyaa…