Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad Yaa’ii COMESA 24ffaa irratti hirmaachuuf Naayiroobii dhaqan

AMN Plus – Fulbaana 29/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa'ii Dureewwan Biyyoota COMESA 24ffaa irratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii seenaniiru. Dooktar Abiyyi wayita achi gahaanitti, Barreessaa Olaanaa Kaabinee Biyyatti…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad Yaa’ii COMESA 24ffaa irratti hirmaachuuf Naayiroobii dhaqan

Itoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa tarsiimawaa mallatteessan

AMN Plus- Fulbaana 29/ 2018 Itoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa dameewwan garaagaraan tumsa isaanii cimsuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigalticha Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee fi Pirezidaantiin Komishinii Gamtaa Awurooppaa Ursuulaa Voondar Leeyan mallatteessaniiru. Waliigatichi…

Continue ReadingItoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa tarsiimawaa mallatteessan

MM Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Saayipiras waliin mar’atan

AMN Plus- Fulbaana 28/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Dhimma Alaa Rippaablika Saayipiras Dooktar Koonistaantiinoos Koomboosii fi jila isaaniin durfamu waliin mar'ataniiru. Turtii Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaatti taasifne xumuruun…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Saayipiras waliin mar’atan

Milkaa’inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa’e fakkeenya hojii hooggansa qindaa’aati- Forbes

AMN Plus- Fulbaana 28/2018 Saaliim Alii, Saayintistii Yuunivarsitii Dalawaare yoo ta’an, barreeffama barruu Forbes irratti maxxansiisaniin, hooggansi mootummaa qindoomina qabu hojii kamiyyuu galmaan ga’uu irraa duubatti akka hin jenne, Itoophiyaan…

Continue ReadingMilkaa’inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa’e fakkeenya hojii hooggansa qindaa’aati- Forbes

Itoophiyaan gaaffii ulaa galaanaa deebisuuf carraaqqiiwwan nagaafi dippiloomaasii wal irraa hin citne taasisaa jirti- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

‎AMN PLUS- Fulbaana 26/2018 ‎Itoophiyaan gaaffii ulaa galaanaa deebisuuf carraaqqiiwwan nagaafi dippiloomaasii wal irraa hin cinne taasisaa akka jirtu Pirezidaantiin Mootummaa FDRI Taayyee Atsiqasillaasee beeksisan. ‎Itoophiyaan qabeenyashee daangaa cehaniin fayyadamummaa…

Continue ReadingItoophiyaan gaaffii ulaa galaanaa deebisuuf carraaqqiiwwan nagaafi dippiloomaasii wal irraa hin citne taasisaa jirti- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Geediyoon Ximootiiwos (Dr.) Ministira Dhimma alaa Noorweey fi Deetaa Ministira Dhimma Alaa Deenmaark waliin mari’atan

‎AMM PLUS-Fulbaana 22/2018 ‎Ministirri Dhimma Alaa Mootummaa FDRI Geediyoon Ximootiiwos (Dr.) Ministira Dhimma Alaa Nooriweey Ispeen Baarz Oyed fi Deetaa Ministira Dhimma Alaa Deenmaark Loot Mashaan waliin marii taasisuun isaanii…

Continue ReadingGeediyoon Ximootiiwos (Dr.) Ministira Dhimma alaa Noorweey fi Deetaa Ministira Dhimma Alaa Deenmaark waliin mari’atan

Itoophiyaafi Raashiyaan Waliigaltee Pirojektii Misooma Niwukilaraa mallatteessan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Itoophiyaafi Raashiyaan Pirojektii Misooma Anniisaa Niwukilaraa Itoophiyaatti raawwatamuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigaltichi Dhaabbata Raashiyaa Roosaatoomiifi Korporeeshinii Humna Elektiriikii Itoophiyaa gidduutti mallattaa'e. Sirna waliigaltichaa irratti Ministirri Muummee FDRI…

Continue ReadingItoophiyaafi Raashiyaan Waliigaltee Pirojektii Misooma Niwukilaraa mallatteessan

MM Abiyyi Ahimad dhimmoota misoomaafi tumsa ittisa waraanaa irratti V. Putiin waliin mari’atan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad Fooramii Torbee Atoomikii Idil Addunyaa Raashiyaatti gaggeeffamaa jiru cinaatti dhimmoota misooma…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad dhimmoota misoomaafi tumsa ittisa waraanaa irratti V. Putiin waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad Daayirektara Ejensii Anniisaa Atoomikii Addunyaa waliin mari’atan

AMN PLUS-Fulbaana 15/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Daayirektara Olaanaa Anniisaa Atoomikii Idil Addunyaa Raafaa'eel Maariyaanoo Giroosii waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad yaa'ii Atoomikii Idil Addunyaa Raashiyaatti gaggeeffamaa jiru…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Daayirektara Ejensii Anniisaa Atoomikii Addunyaa waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beelaaruus waliin mari’atan

AMN PLUS - Fulbaana 15/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantii Beelaaruus Aleksaandar Lukaasheenkoo waliin dhimmoota garlameefi idil-addunyaarratti marii'ataniiru. Foramii Atoomikii Idil-addunyaa cinaatti Pireezidaanti Aleksaandar Lukaasheenkoo waliin dhimmoota garlameefi…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beelaaruus waliin mari’atan