Mootiin Isiwaatiinii Masaraa biyyaalessaa daawwatan
AMN PLUS Guraandhala 9, 2017 Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Mootii Isiwaatiinii Miswaatii Saalisaawiinii Masaraa biyyaalessaa daawwachiisaniiru. Mootichi affeerraa Pireezidaanti Taayyeen masaraa biyyaalessaatti isaaniif taasisanitti gammaduu ibsaniiru. Masaraan biyyaalessaa seenaan inni…