Roobiin Vaan Persiin leenjisaa Feyinoord ta’uuf waliigalteerra ga’e

AMN PLUS, Guraandhala 14, 2017 Taphataan Arsenaal duranii Roobiin Vaan Persiin leenjisaa Feyinoord ta'uuf walii galteerra ga'eera. Vaan Persiin ijoollummaasaatti kilaba Feeyinoorditti yeroo gaarii dabarse. Maanchester Yuunaayitid waliin Waancaa Pirimiyeliigii…

Continue ReadingRoobiin Vaan Persiin leenjisaa Feyinoord ta’uuf waliigalteerra ga’e

Konfiransiin Galtee Yaala Fayyaa Idil Addunyaa 4ffaan eegalame

AMN PLUS, Guraandhala 14, 2017 Konfiransiin Galtee Yaala Fayyaa Idil Addunyaa 4ffaan Magaalaa Finfinnee Galma Barkumeetti taa'amaa jira. ‎ ‎Konfiransichis, Tajaajila Dhiyeessii Qorichaalee Itoophiyaan kan qophaa'e ta'uun ibsameera. ‎ ‎Daayirektarri…

Continue ReadingKonfiransiin Galtee Yaala Fayyaa Idil Addunyaa 4ffaan eegalame

Balaa xiyyaaraa tibbana magaala Toroontotti mudateen imaltootaa tokkoon tokkoon issanitiif Doolarrii kumni 30 kennamuufi

AMN PLUS Guraadhala 13/2017 Balaa xiyyaaraa tibbana Ameerikaa Magaalaa Miniyaapuulis irra gara Toroontotti imalee qubachaa osoo jiruu mucucaachuudhan balaa galagaluu mudachun isaa ni yaadatama. Wiixata darbe balaa Daandii Xiyyaara Deelta…

Continue ReadingBalaa xiyyaaraa tibbana magaala Toroontotti mudateen imaltootaa tokkoon tokkoon issanitiif Doolarrii kumni 30 kennamuufi

Itoophiyaan foramii ministiroota Biyyoota Garee 20 (G-20) irratti hirmaataa jirti

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Ministirri Haaja Alaa Itoophiyaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr) foramii ministiroota Biyyoota Garee 20 (G-20) irratti hirmaataa jiru. Foramichi qopheessummaa Afriikaa Kibbaan geggeeffamaa jira.

Continue ReadingItoophiyaan foramii ministiroota Biyyoota Garee 20 (G-20) irratti hirmaataa jirti

Obbo Aganyahu Tashaagar mana maree Federeeshinii Raashiyaarraa Badhaasa Niishaanii badhaafaman

AMN PLUS, Guraandhala 12, 2017 Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar gahee guddina dimookiraasii paarlaamentawaaf gumaachaniif Mana Maree Federeeshinii Raashiyaarraa badhaasa kabajaa Niishaanii badhaafamaniiru. Badhaasicha kan kennan Af-yaa’iin…

Continue ReadingObbo Aganyahu Tashaagar mana maree Federeeshinii Raashiyaarraa Badhaasa Niishaanii badhaafaman

Obbo Aganyehu Tashaagar Af-yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa waliin mari’atan

AMN PLUS, Guraandhala 12, 2017 Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyehu Tashaagar jila Af-yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maativiiyeenkooniin durfamu waliin mari’ataniiru. Itoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo aadaa fi…

Continue ReadingObbo Aganyehu Tashaagar Af-yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa waliin mari’atan

Dr. Abiyyi Ahimad Af-yaa’ii Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo simatan

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Afyaa’ii Mana Maree Federaalaa Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maatveeyeenkoo fi jila isaanii walin mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi gama miidiya hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingDr. Abiyyi Ahimad Af-yaa’ii Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo simatan

Af-Yaa’iin Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo Finfinnee dhufan

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Jilli Af-Yaa'ii Mana Maree Federeeshinii Mootummaa Federaalawa Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoon durfamu Finfinnee dhufe. Jilichi Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahu Af-yaa'ii Mana Maree Federeeshinii…

Continue ReadingAf-Yaa’iin Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo Finfinnee dhufan