Awurooppaatti haleellaan saayibarii balalii gufachiise
AMN PLUS - Fulbaana 10/2018 Buufata Xiyyaaraa Heetroowufi biyyoota Awurooppaa biroo keessatti sababaa haleellaa saayibariitiin yeroon balalii akka dheeratu taasifame. Haleellaan kun kompiyutaroota sa'aatii sakatta'iinsaafi imalaa akkasumas meeshaalee imaltootaa ittiin…