CAF gareewwan Senegaaliifi Morookoo irratti adabbii garagaraa dabarse
AMN PLUS- Amajjii 21/2018 Tapha xumuraa Waancaa Afriikaa Seenegaaliifi Morokoo gidduutti adeemsifameen jeequmsa uumameen CAF gareewwan lamaan irratti adabbii dabarse. 1. Adabbii Garee Senegaal Leenjisaa Paappee Tiyaawu qajeeltoo naamuusaa CAF…