Gareen Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii idil addunyaa mana keessaarratti hirmaachuuf Chaayinaa dhaqe
AMN - Bitootessa 10/2017 Gareen Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii idil addunyaa mana keessaarratti hirmaachuuf eda galgala Chaayinaa, Naanjiing dhaqeera. Ministir Deetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Makkiyyuu Mahaammad buufata xiyyaaraa idil…