Keessummaa tapha Maanchuriyaan darbii-Amoorim
AMN- Mudde 6/2017 Magaalaan Maanchistar tapha Maanchuriyaan darbii 195ffaa keessummeessuuf deema. Peep Gaardiyoollaan tapha kanaan muuxannoo waggoota 8 qabu. Rubeen Amoorim leenjisaan fuula haaraa Maanchistar Yuunaayitid ammoo taphichaaf keessummaadha. Tapha…