Hidhi Haaromsaa biyyoota Afiriikaa dandeettii ofiitiin pirojektii guddaa ijaaruu barbaadaniif barnooti guddaan kan irraa fudhatamudha – Andiriiwuu Kooribkoo (Dr)

‎AMN PLUS- Fulbaana 10/2018 ‎Ijaarsi hidhi Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa xumuramuun isaa biyyoonni Afriikaa biroo dandeettii mataa isaaniitiin pirojektii hangana gahu ijaaruu akka danda'an barnoota guddaa kan kennu ta'uu Xiinxalaan siyaasaa…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa biyyoota Afiriikaa dandeettii ofiitiin pirojektii guddaa ijaaruu barbaadaniif barnooti guddaan kan irraa fudhatamudha – Andiriiwuu Kooribkoo (Dr)

Guddattoonni hubannoo namtolcheen leenji’an 300 eebbifaman

AMN PLUS- Fulbaana 10/2018 Ijaarsa dhalootaa Kaayyoo Dijiitaal Itiyoophiyaa fi sadarkaa hubannoo namtolchee addunyaan irra ga’e giddugaleessa godhate irratti hojjechaa jirra jedhan Ministirri Muummee itti aanaan Itiyoophiyaa obbo Tamasgeen Xurunaa.…

Continue ReadingGuddattoonni hubannoo namtolcheen leenji’an 300 eebbifaman

Gabbisni Niwukilaraa Itoophiyaa dhiheessii anniisaafi yaala fayyaaf oola- Injinar Ashabbir Tasfaayee

‎AMN Plus- Fulbaana 9/2018 ‎Hubannoo hawaasni Teeknooloojii Nikularaa irratti qabu cimsuun barbaachisaa ta'uu Ministeera Innooveeshiniifi Teeknooloojiitti Ogeessi Humna Nikularaa Injinar Ashabbir himan. Itoophiyaan sochii haaraa gabbisa teeknooloojii nikularaa dhimma misoomaa…

Continue ReadingGabbisni Niwukilaraa Itoophiyaa dhiheessii anniisaafi yaala fayyaaf oola- Injinar Ashabbir Tasfaayee

Yaa’ii Jijjirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa 2ffaa irratti hojiin misooma magariisaa Itoophiyaa akka modeelaatti dhiyaatera- Ministeerichaa

‎AMN Afaan Oromoo 09 01 2018 ‎ Yaa'iin Jijjirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa 2ffaan qopheessummaa Itoophiyaatiin magaalaa Finfinneetti mata duree "Furmaatilee Rakkoo Jijjirama Qilleenssaa Addunyaa ariifachiisuun Misooma Magariisaa Cimaa Afrikaa Faayinaansiin…

Continue ReadingYaa’ii Jijjirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa 2ffaa irratti hojiin misooma magariisaa Itoophiyaa akka modeelaatti dhiyaatera- Ministeerichaa

Magaalonni bakka hojii dhabdummaan itti baay’atu ta’uu hin qaban- Aadde Caalttuu Saanii

‎AMN PLUS-Fulbaana 9/2018 ‎Magaalonni bakka hojii dhabdummaan itti baay’atu ta’uu akka hin qabne Ministirri Misooma Magaalaafi Bu'uuraalee Misoomaa Aadde Caalttuu Saanii dubbatan. Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 10ffaan Sadaasa 06-10 Bara 2018…

Continue ReadingMagaalonni bakka hojii dhabdummaan itti baay’atu ta’uu hin qaban- Aadde Caalttuu Saanii

Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu ‘The Arab Weekly’ maal jedha?

AMN PLUS- Fulbaana 8/2018 Ajandaan Hidha Haaromsaa Injifannoo Itoophiyaatiin goolabameera jedha Barruun teessoo isaa magaalaa Landan taasifate 'The Arab Weekly' Waggoota kudhanii oliif seenaa ammayyaa keessatti Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa…

Continue ReadingItoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu ‘The Arab Weekly’ maal jedha?

‎Sagaleen dhageessifame egeree Ifaa Itoophiyaa akeeka-Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS - Fulbaana 8/2018 ‎Xumuramuun Ijaarsa Hidha Haaromsaa ummata Affaariif qabeenyaafi humna dabalataa akka ta’e Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. ‎Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen…

Continue Reading‎Sagaleen dhageessifame egeree Ifaa Itoophiyaa akeeka-Tamasgeen Xurunaa

Itoophiyaan ulaa galaanaa ni mijeeffatti- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 ‎Itoophiyaan seensaa fi bahumsaa Galaanaa mijeeffachuun ishee waan hin oolle ta’uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) Ibsan. ‎Muumichi Ministiraa Abiyyi Ahimad (Dr) yaadama ida'amuu tiin…

Continue ReadingItoophiyaan ulaa galaanaa ni mijeeffatti- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)

Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa

AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan. Obbo Araggaa Kabbadaan hiriira deeggarsaa eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun magaalaa Bahir Daaritti gaggeeffame…

Continue ReadingShira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa

Dhaloonni ammaa dhaloota seenaa hojjachaa jirudha- Obbo Awwaluu Abdii

‎AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 ‎Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii, dhaloonni har'aa dhaloota addaa seenaa hojjechaa jiru ta'uu ibsan. ‎Obbo Awwaluun xumuramee eebbifamuu ijaarsa hidha haaromsaa guddicha…

Continue ReadingDhaloonni ammaa dhaloota seenaa hojjachaa jirudha- Obbo Awwaluu Abdii