Hidhi Haaromsaa kutannoo waloo Itoophiyaanotaan milkaa’e- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Fulbaana 4/2018 Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa gamtaan danda’uu keenyaaf ragaa jiraataadha jedhan. Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, lagni Abbaay dhorkaa…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa kutannoo waloo Itoophiyaanotaan milkaa’e- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Pirezidaanti Taayyeen hoggansa Dooktar Abiyyi laataniif galateeffatan

‎AMN PLUS- Fulbaana 4/2018 ‎Pirezidaantiin FRDI Taayyee Atsqasillaaseen hoggansa pirojektii Hidha Haaromsaa milkeessuu keessatti hoggansa Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) fi caasaaleen mootummaa kennaniif galateeffatan. ‎Hidha haaromsaafi misooma biyyatti itti…

Continue ReadingPirezidaanti Taayyeen hoggansa Dooktar Abiyyi laataniif galateeffatan

“‎Baga hojjanne, hojiifi abdiin galaa Itoophiyaati” Pireezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

‎AMN PLUS- Fulbaana 4/201‎ ‎Hidhi Haaromsaa miira injifannoo kaleessaa, ogummaa hoggansa har'aa fi ifa egeree kan agarsiisu ta'uu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen himan. ‎Hiriira deeggarsaafi gammachuu, addabaaabaayii Masqalaatti ganama kana…

Continue Reading“‎Baga hojjanne, hojiifi abdiin galaa Itoophiyaati” Pireezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

Yoo kutannee kaane humni nu dhaabu akka hin jirre Hidhi Haaromsaa agarsiiseera- Kantiibaa Adaanach Abeebee

‎AMN PLUS- Fulbaana 4/2018 ‎Injifannoo Hidha haaromsaan argameen "Itoophiyaan isin galateeffatti, Finfinneen isin galateeffatti" jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee. ‎Hiriira deggersaafi gammachuu Addabaaabaayii Masqalaa irratti adeemsifamaa jiru irratti,…

Continue ReadingYoo kutannee kaane humni nu dhaabu akka hin jirre Hidhi Haaromsaa agarsiiseera- Kantiibaa Adaanach Abeebee

‎Dhaadannoowwan hiriira Gammachuu

‎AMN PLUS-Fullbaana 4/2018 ‎Ijaarsi Hidha haaromsaa Guddicha Itoophiyaa xumuramuu isaa sababeeffachuun Magaalaa Finfinneetti hiriira deggersaafi gammachuu taasifamaa jiru irratti dhaadannoowwan hiriirtotaan jedhaman keessaa muraasa ‎Gamtaadhaan dandeenyeerra! ‎Hidhi Haaromsaa mallattoo tokkummaafi…

Continue Reading‎Dhaadannoowwan hiriira Gammachuu

Xumuramuu Hidha Haaromsaa Sababeeffachuun sosochiin ga’umsa qaamaa ‘Danoomaa’ Addabaabaayi Masqalaatti geggeeffamaa Jira

Mataduree 'Waloon Milkoofneerra' jedhuun kan geggeeffamu yoo ta'u, hoggantoonni olaanoon Magaalaa Finfinneefi jiraattonni hirmaataa jiru.

Continue ReadingXumuramuu Hidha Haaromsaa Sababeeffachuun sosochiin ga’umsa qaamaa ‘Danoomaa’ Addabaabaayi Masqalaatti geggeeffamaa Jira

Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM

AMN PLUS - Qaammee 5/ 2017 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe. Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har’arraa hojjechuuf taasistuufi milkaa’inoota galmaa’an beeksisuuf Qaammee 5, Guyyaa Egeree…

Continue ReadingItiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM

Dijitaal Itoophiyaa ni dhugoomsina- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS- Qaammee 5/2017 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa Qaammee 5, Guyyaa Egeree, ilaalchisuun dabarsaniin, Itoophiyaa dijitaalawaa ni dhugoomsina" jedhaniiru. ‎"Kaleessatti fayyadamuufi sirreessuudhaan, har'a jabaannee hojjechuudhaan, isa borii kan…

Continue ReadingDijitaal Itoophiyaa ni dhugoomsina- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Hidhi Haaromsa Itoophiyaa pirojektii seenaa Itiyoophiyaa Jijjiireedha- Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa

‎AMN PLUS- Qaammee 4/2017 ‎Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Hidhi Haaromsa Itiyoophiyaa pirojektii seenaa Itiyoophiyaa jijjiire ta’uu beeksise. ‎Hidha Afrikaa keessaa guddaa ta’e kun humna lammiilee biyyattin ijaaramuun isaa xiinsammuufi…

Continue ReadingHidhi Haaromsa Itoophiyaa pirojektii seenaa Itiyoophiyaa Jijjiireedha- Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa

Birmadummaa Qilleensa keenyaa tiksuuf humna qilleensaa jabaa ijaarreerra- L/J Yilmaa Mardaasaa

‎AMN PLUS- Qaammee 4/2017 ‎Birmadummaa Naannawaa qilleensa Itoophiyaa fi Hidha Haaromsaa kabachiisuuf humni qilleensaa cimaa ijaaramuu isaa Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itoophiyaa Leetanaan Jeneraal Yilmaa Mardaasaa beeksisan. ‎Leetanaan Jeneraal Yilmaa…

Continue ReadingBirmadummaa Qilleensa keenyaa tiksuuf humna qilleensaa jabaa ijaarreerra- L/J Yilmaa Mardaasaa