Hidhi haaromsaa mallattoo moo’ichaati- Obbo Kaasaahun Foolloo
AMN PLUS - Hagayya 30/2017 Pireezidaantiin Waldaan Konfedereeshinii Hojjetaa fi Hojjechiisaa Itoophiyaa Obbo Kaasaahun Foolloo hidhi haaromsaa pirojektii gamtaan ijaarame akka ta'e ibsan. Pirojektii Guddicha kanaaf hojjetaan maallaqa, ogummaafi humna…