Yaa’a Abbayyaa irratti Hidhoota baay’ee ijaarra – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Yaa'a Abbayyaa irratti hidhoota baay'ee ijaarree biyya keenya qofa osoo hin taane naannicha ibsuu dandeenya jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) dubbatan. ‎Dooktar Abiyyi Ahimad…

Continue ReadingYaa’a Abbayyaa irratti Hidhoota baay’ee ijaarra – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

MM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Hagayya 26/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ji’oottan Adoolessaa fi Hagayya 2017’tti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan dhugoomsuuf, tarsiimoo ijoo, raawwii pirojektii biyyoolessaa gurguddoo fi waliigalteewwan ijaarsa pirojektiiwwan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

Gabrummaan gurguramuu, haga barnoota ammayyaa Itoophiyaatti eegalchiisuu

AMN PLUS- Hagayyaa 25/2017 Daani'eel Dabalan garbummaatti gurguramuurraa kaa'uun barnoota ammayyaa Itoophiyaatti kan jalqaban ta'uu ragaan seenaa isaanii ifoome. Kitaabni seenaa Daani'eel Dabalaa irratti Luba Fiqaaduu Beenyaafi Obbo Lammii Mokonniiniin…

Continue ReadingGabrummaan gurguramuu, haga barnoota ammayyaa Itoophiyaatti eegalchiisuu

Hidhi Haaromsaa dandeettii waa xumuruu Itoophiyaa addunyatti kan agarsiiseedha- Hayyoota Yuunivarsiitii Finfinnee

‎AMN PLUS- Hagayya 24/2017 ‎Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa dandeettii waa xumuru lammiilee Itoophiyaa kan mirkaneessee fi hojii gaarii addunyaatti agarsiise ta’uu hayyoonni Yuunivarsiitii Finfinnee ibsaniiru. ‎Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa kan…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa dandeettii waa xumuruu Itoophiyaa addunyatti kan agarsiiseedha- Hayyoota Yuunivarsiitii Finfinnee

Itoophiyatti Raayyaan gaachana biyyaa ta’e ijarameera- Letenaal Jeneraal Zawuduu Balaayi

AMN PLUS- Hagayya 24/2017 Itoophiyatti Raayyaan gaachana biyyaa fi abdii ummataa amansiisaan ijaramuusaa ministeera ittisaatti ajajaan olaanaa Izzii jiddugalaa Letenaal Jeneraal Zawuduu Balaayi dubbatan. Manni barumsaa leenjii Xollaayi loltoota ogummaa…

Continue ReadingItoophiyatti Raayyaan gaachana biyyaa ta’e ijarameera- Letenaal Jeneraal Zawuduu Balaayi

Hidhi Haaromsaa bu’aaf kan gahe Hooggansa bilchina qabu Ministeera Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennaniin jedhani

‎AMN PLUS - Hagayya 23/2017 ‎Geggeessummaa bilchaataa Ministeerri Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennameen hidhi haaromsaa guddichi bu'aaf gahuu dandeessisuu isaa Hoji raawwachiisaan waajjira qindeessaa pirojektii hidha haaromsaa Aragaawwii Barihee (Dr)…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa bu’aaf kan gahe Hooggansa bilchina qabu Ministeera Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennaniin jedhani

“Mul’atni Dr. Abiyyi uummata Itoophiyaaf qaban ajaa’ibsiisaadha”- Aliikoo Daangootee

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Warshaan xaa’oo damee qonnaa sirnaan deeggaruun imala Itoophiyaan badhaadhinaaf taasiftu mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa akka qabu Biiliyeenarri Afriikaa Aliikoo Daangooteen ibsaniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad…

Continue Reading“Mul’atni Dr. Abiyyi uummata Itoophiyaaf qaban ajaa’ibsiisaadha”- Aliikoo Daangootee